contact@domain.com
AddisAbeba Ethiopia
Request a Quote
Seenaa Lola Calanqoo
Home » Uncategorized  »  Seenaa Lola Calanqoo

Calanqoo


Gaafa Ibroo Shaxaa abbabayyuun Jaarraa AbbaaGadaa Lola Cirachaatti Waraana Misraa kan Ra’uuf Baashaatin hogganamuun odoo loluu weregame, ilmi isaa Haamid dardara ture. Lola calanqoo booda bara 1889 keessaa bara mililik summii buna keessaatti naqeen Haamid Ibroo galaafatu ilmi isaa Ibraahim joolleesan booda bara 1936 keessaa Ibraahim haamid nafxeenyoota hawaasa baha oromiyaa sirna gabrummaa hanga hin qabneen araarasaa bahan adamuun Hijaa irraa baha ture ilmi isaa Abdulkarim yeroos dhalata waan nama ajaaibu:)
Waanni kana irraa hubannuu Abaaboo .Akaakoo Abbaan jaarraa wereera ummaanni oromoo dhuma bardhibbee 19ffaa jalqabee bardhibbee 20ffaa keessaa mudatee kana boodas alagaa jalatti isa oggachisee keessaatti warraa diina faccisuuf suduudaan hirmaatan tahuudha. Guddattuu kamitittuu seenaa abbooti kenyaa kana dhagayaatif qomaatti galfadhaa guddachuun akkaa maluu tilmaamnaa.
Kanaafis ragaan kenya waaee qabsoo oromoo hoggaa haasayyuu Jaarraan yeroo hedduu seenaa lolli calanqoo gootummaa murtii guutootin jabeenya Raabaa Doorii akka fkntti dhiheessaa.

Seenaa Akakayyuu isaa

Seenaa akkakayyuu issaa kan Ibroo shaxaatif kan Akaakoo Haamid Ibrootra garaagarummaa qawwee qabaachuuf dhabuu akkasumattis ammayyummaa hidhanootiin gurmuu waraanaa shooraafi sadarkaa lolaa keessaatti qabatan waan hubate natti fakkaata.
Waraanni misiraa kan Ra,uuf Paashaatin ajajamu baha oromiyaati osoo hin bahiin dura oromoon nannawaan suun heeraa fi seeraa sirna Gadaatin wal bulchuu turan.waraannii ofii Raabaa doorii jala ijaaratanii biyya ofii diina kamu of irraa faccifachudhan daangaa ofii kabachisanii olloota waliin qajelooti wal beekani kabajaadhan waliin jiraata turan.waraanni misraa kan gaafasi waraana ciimaa inglizoonni jalaa gubbaatti meshaa ammayyaa hidhachiftee boobbaafte ture.
Waraana Raaba doori jechuunis waraana oromoo seera Raabaa Doorittin ijaarame diina akkas achiin dura takkatu argee hin beeku. Akkasinu waraanniAfroo jilootin hogganamu sun gootummaa isaa hanqattee aadaa lugnaa diddaa ta'e. Dabalataan kunoori👉👉👉👉👉Hortee Ilmaan Oromoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *